Lyrics
Sanyii koo Sanyii koo
Bishaan caalaa na barbaachista
Gammachuu mulqattee Gaddite Gaddite
Onneen koo boora′ee (Onnee onnee onnee)
Cabbiin fedhe roobee
Guyyaan kan kee guyyaan kan kee
Dukkanaa'us barrii ni gartaa
Kootis ga gaddii kee Oromtittii Oromtittii
Jajjabee too keessa (baataa baataa baataa)
(Atuu bee atuu bee)
Sanyii Taddee Birruu (atuu bee atuu bee)
Abbaa Afrikaanota (atuu bee atuu bee)
Ibsituu jaalalaa (atuu bee atuu bee)
Enyuu siin qixxaataa (atuu bee atuu bee)
Hundaan guuttamtee jirta (atuu bee atuu bee)
Mallattoo nagayaa (atuu bee atuu bee)
Jannata addunyaa (atuu bee atuu bee)
Akkaa Oromiyaa
Sifan gaddee (Wanko) Siin gammada (Wanko)
Siif jiraadhee (Wanko) Siifan du′a (Wanko)
Addaan hinbaanu (Wanko) Nu Gonkumaa
Irraa anaa (Wanko) jaalaalumaa (Wanko)
Jilbiiffadhee (Wanko) si dhaabsisaa
Sin moohame (Wanko) si moosisaa
Yaantala Oromoo
Sanyii koo Sanyii koo
Bishaan caalaa na barbaachistaa
Gammachuu mulqattee Gaddite Gaddite
Onneen koo boora'ee (Onnee onnee onnee)
Cabbii fedhee roobee
Guyyaan kan kee guyyaan kan kee
Dukkanaa'us bar ni gartaa
Kootis ga gaddii kee Oromtittii Oromtittii
Jajjabee too keessaa (baataa baataa baataa)
(Atuu bee atuu bee)
Namaaf iddoo qabdaa (atuu bee atuu bee)
Sirni kan kee Gadaa (atuu bee atuu bee)
Ilmoo namaa miti (atuu bee atuu bee)
Seexannuu siif ragaa (atuu bee atuu bee)
Duutus jiraatullee (atuu bee atuu bee)
Ni eggattaa dhugaa (atuu bee atuu bee)
Kee qulqulluu onneen (atuu bee atuu bee)
Lubbuu koo siif kenne
Siifan gaddee(Wanko) Siin gammadaa (Wanko)
Siif jiraadhee (Wanko) Siifan du′aa (Wanko)
Addaan hinbaanu (Wanko) Nu Gonkumaa
Irraa aanan (Wanko) jaalaaluma (Wanko)
Jilbiifadhee (Wanko) sidhaabsisaa
Sin moohame (Wanko) si moosisaa
Siifan gaddee (Wanko) Siin gammada (Wanko)
Siif jiraadhee (Wanko) Siifan du′a (Wanko)
Addaan hinbaanu (Wanko) Nu Gonkumaa
Irraa aanaan (Wanko) jaalaaluma (Wanko)
Jilbiiffadhee (Wanko) si dhaabsisa (Wanko)
Sin moohame (Wanko) si moosisaa
Sifan gaddee (Wanko) Siin gammada (Wanko)
Siif jiraadhee (Wanko) Siifan du'a (Wanko)
Addaan hinbaanu (Wanko) Nu Gonkumaa
Irraa aanaan (Wanko) jaalaaluma (Wanko)
Jilbiifadhee (Wanko) sidhaabsisaa
Sin moohame (Wanko) si moosisaa
(Wanko)
(Wanko)
(Wanko)
(Wanko)
Music Video
About
Artist Jacky Gosee
Added 3 months ago
Popular Now
Tung tung tung sahur (English Translation)
Genius English Translations • 5,876 views
Sherine - Batmana Ansak (English Translation)
Genius English Translations • 1,826 views
Pikiran yang Matang
Perunggu • 1,360 views
AKUGETSU - Mi Vida Loca (VIVINOS - ALNST Sub : Till Part.1)
Genius English Translations • 1,174 views
Saja Boys - Soda Pop (Romanized)
Genius Romanizations • 1,118 views